LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha;+ inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu+ fi ibiddaan isin cuupha.+

  • Hojii Ergamootaa 8:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Karaa irra utuu waliin deemaa jiraniis bishaan tokko bira gaʼan; xuʼaashichis, “Kunoo, bishaan as jira, akkan hin cuuphamne maaltu na dhowwa?” jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Maarree, Waaqayyo kennaa tolaa nu warra Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanneef kenne sana isaaniifis erga kennee, Waaqayyoon dhowwuu* kanan dandaʼu ani eenyu?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi