Hojii Ergamootaa 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Saaʼol garuu gumicha balleessuuf yaalii gochuu jalqabe. Mana tokkoo gara mana isa kan biraa dhaqee dhiirotas taʼan dubartoota harkisee baasuudhaan mana hidhaatti galcha ture.+ Galaatiyaa 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani dur amantii Yihudii+ keessatti akkamitti akkan jiraadhe, jechuunis gumii Waaqayyoo baayʼee* ariʼachaa fi miidhaa guddaa irraan gaʼaa akkan ture dhageessaniittu;+ Galaatiyaa 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isaan, “Namichi duraan nu ariʼachaa ture+ sun, amma waaʼee amantii isa kanaan dura balleessuu barbaadu+ sanaa misiraachoo lallabaa jira” yeroo jedhamu qofa dhagaʼu turan.
3 Saaʼol garuu gumicha balleessuuf yaalii gochuu jalqabe. Mana tokkoo gara mana isa kan biraa dhaqee dhiirotas taʼan dubartoota harkisee baasuudhaan mana hidhaatti galcha ture.+
13 Ani dur amantii Yihudii+ keessatti akkamitti akkan jiraadhe, jechuunis gumii Waaqayyoo baayʼee* ariʼachaa fi miidhaa guddaa irraan gaʼaa akkan ture dhageessaniittu;+
23 Isaan, “Namichi duraan nu ariʼachaa ture+ sun, amma waaʼee amantii isa kanaan dura balleessuu barbaadu+ sanaa misiraachoo lallabaa jira” yeroo jedhamu qofa dhagaʼu turan.