Hojii Ergamootaa 4:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Erga wawwaannaa* dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaʼan sun ni sochoʼe; hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutamanii+ dubbii Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.+ Hojii Ergamootaa 8:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ergamoonni Yerusaalem keessa jiran warri Samaariyaa dubbii Waaqayyoo fudhachuu isaanii yommuu dhagaʼan+ Pheexirosii fi Yohaannisiin isaaniif ergan; 15 isaanis gad buʼanii hafuura qulqulluu akka argatan isaaniif kadhatan.+
31 Erga wawwaannaa* dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaʼan sun ni sochoʼe; hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutamanii+ dubbii Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.+
14 Ergamoonni Yerusaalem keessa jiran warri Samaariyaa dubbii Waaqayyoo fudhachuu isaanii yommuu dhagaʼan+ Pheexirosii fi Yohaannisiin isaaniif ergan; 15 isaanis gad buʼanii hafuura qulqulluu akka argatan isaaniif kadhatan.+