Hojii Ergamootaa 10:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan. Galaatiyaa 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni namoonni tokko tokko Yaaqoob+ biraa dhufuu isaanii dura, namoota saboota kaanii wajjin nyaata ture;+ yommuu namoonni sun dhufan garuu, warra dhaqna qabatan+ sodaatee kana gochuu dhiisee isaan irraa adda of baase.
45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan.
12 Inni namoonni tokko tokko Yaaqoob+ biraa dhufuu isaanii dura, namoota saboota kaanii wajjin nyaata ture;+ yommuu namoonni sun dhufan garuu, warra dhaqna qabatan+ sodaatee kana gochuu dhiisee isaan irraa adda of baase.