LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 10:17-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Pheexiros mulʼanni arge sun hiika maalii akka qabu utuma bitaa itti taʼee jiruu, namoonni Qorneelewos erge sun mana Simoon iyyaafachaa dhufanii karra dura dhaabbatan.+ 18 Isaanis warra manichaa waamanii Simoon inni Pheexiros jedhamu keessummummaadhaan achi jiraachuu isaa gaafatan. 19 Pheexiros utuma mulʼata kana irratti yaadaa jiruu, hafuurri qulqulluun+ akkana jedhe: “Kunoo, namoonni sadii si barbaadaa jiru. 20 Kanaafuu, kaʼiitii gad buʼii isaanii wajjin deemi; kan isaan erge ana waan taʼeef, matumaa hin mamin.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi