LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Isaan utuma Yihowaa* tajaajilaa fi soomaa jiranii hafuurri qulqulluun, “Barnaabaasii fi Saaʼoliin adda naaf baasaa;+ ani hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheera” jedhe.+

  • Hojii Ergamootaa 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sababiin isaas, wantoota barbaachisoo taʼan kanaan alatti baʼaa dabalataa akka isinitti hin feene, hafuurri qulqulluu+ fi nuti murteessineerra:

  • Hojii Ergamootaa 16:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana malees, hafuurri qulqulluun dubbicha koonyaa Eeshiyaa keessatti akka hin dubbanne waan isaan dhowweef, Firgiyaa fi biyya Galaatiyaa keessa darbanii deeman.+

  • Hojii Ergamootaa 20:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 haa taʼu malee, akkan hidhamuu fi rakkinni akka na irra gaʼu magaalaan dhaqu hundumaa keessatti hafuurri qulqulluun irra deddeebiʼee na akeekkachiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi