LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 9:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Gooftaan garuu akkana isaan jedhe: “Namni kun saboota,+ moototaa+ fi ilmaan Israaʼel duratti maqaa koo akka baatu, miʼa anaaf filatame+ waan taʼeef gara isaa dhaqi! 16 Sababiin isaas, maqaa kootiif rakkinni hammamii isa irra gaʼuu akka qabu ifatti isatti nan argisiisa.”+

  • Hojii Ergamootaa 21:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Barattoota barbaannee erga argannee booda guyyaa torbaaf achuma turre. Isaan hafuura qulqulluutiin geggeeffamanii, Phaawulos gara Yerusaalem akka hin dhaqne irra deddeebiʼanii isatti himan.+

  • Hojii Ergamootaa 21:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni gara keenya dhufee, qabattoo Phaawulos fudhatee miilaa fi harka ofii hidhuudhaan, “Hafuurri qulqulluun akkana jedha: ‘Yihudoonni Yerusaalem keessa jiran abbaa qabattoo kanaa akkanatti ni hidhu;+ harka saboota kaaniittis dabarsanii isa kennu’” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi