Yohaannis 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni,* jechuunis hafuurri dhugaa yommuu dhufu+ garuu, gara dhugaa hundumaatti isin qajeelcha; sababiin isaas, inni wanta dhagaʼe dubbata, akkasumas wantoota dhufan isin beeksisa malee ofii isaatiin kakaʼee hin dubbatu.+ Hojii Ergamootaa 5:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Nutis taane hafuurri qulqulluun+ inni Waaqayyo warra akka bulchaa isaaniitti isaaf ajajamaniif kenne wantoota kanaaf ragoota dha.”+
13 Inni,* jechuunis hafuurri dhugaa yommuu dhufu+ garuu, gara dhugaa hundumaatti isin qajeelcha; sababiin isaas, inni wanta dhagaʼe dubbata, akkasumas wantoota dhufan isin beeksisa malee ofii isaatiin kakaʼee hin dubbatu.+
32 Nutis taane hafuurri qulqulluun+ inni Waaqayyo warra akka bulchaa isaaniitti isaaf ajajamaniif kenne wantoota kanaaf ragoota dha.”+