LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:59, 60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Yoseefis reefficha fuudhee uffata quncee talbaa baʼeessaa fi qulqulluu taʼeen kafanee,+ 60 awwaala* haaraa isa ofii isaatiif kattaa keessatti qopheesse keessa kaaʼe.+ Achiis dhagaa guddaa tokko gara afaan awwaalichaatti* gangalchee erga cufee booda bakka sanaa deeme.

  • Yohaannis 19:40-42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Kanaafuu, isaan reeffa Yesuus fudhatanii akka aadaa awwaalchaa Yihudootaatti urgooftuu kanaa wajjin uffata quncee talbaa irraa tolfameen kafanan.+ 41 Akkuma carraa taʼee, iddoo inni itti ajjeefame* sana iddoon biqiltuu tokko jira ture; iddoo biqiltuu sana keessas awwaalli* haaraan+ namni itti awwaalamee hin beekne tokko jira ture. 42 Guyyaan sun Guyyaa Qophii+ Yihudootaa waan tureef, akkasumas awwaalichi achitti dhihoo waan tureef Yesuusiin achi keessa kaaʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi