Hojii Ergamootaa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Phaawulos Darbee gaʼe; achiis Lisxiraa dhaqe.+ Barataan Ximotewos jedhamu tokko achi jira ture;+ haati isaa Yihudii Gooftaatti amantu yeroo taatu, abbaan isaa garuu nama Giriikii ture;
16 Phaawulos Darbee gaʼe; achiis Lisxiraa dhaqe.+ Barataan Ximotewos jedhamu tokko achi jira ture;+ haati isaa Yihudii Gooftaatti amantu yeroo taatu, abbaan isaa garuu nama Giriikii ture;