LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Namni muka dhiphinaa* isaa baatee ana duukaa hin buune kam iyyuu anaaf hin malu.+

  • Yohaannis 15:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isin kutaa addunyaa utuu taatanii, addunyaan wanta kan ofii isaa taʼe ni jaallata ture. Amma garuu anatu addunyaa keessaa isin filate malee, isin kutaa addunyaa waan hin taaneef,+ addunyaan isin jibba.+

  • Roomaa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+

  • 1 Tasalonqee 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo isinii wajjin turre, rakkinni akka nu irra gaʼu dursinee isinitti himaa turre; akkuma beektan wanti taʼes kanuma dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi