Hojii Ergamootaa 22:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Haa taʼu malee, yommuu garafuuf isa hidhan, Phaawulos ajajaa dhibbaa achi dhaabbatuun, “Lammii Roomaa tokko utuu itti hin murteeffamin garafuuf seerri isiniif ni heyyamaa?” jedhe.+ Hojii Ergamootaa 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihudoonni namicha kana qabanii yommuu ajjeesuuf jedhan, inni lammii Roomaa taʼuu isaa waanan beekeef+ loltoota koo wajjin dafee dhaqeen isa oolche.+
25 Haa taʼu malee, yommuu garafuuf isa hidhan, Phaawulos ajajaa dhibbaa achi dhaabbatuun, “Lammii Roomaa tokko utuu itti hin murteeffamin garafuuf seerri isiniif ni heyyamaa?” jedhe.+
27 Yihudoonni namicha kana qabanii yommuu ajjeesuuf jedhan, inni lammii Roomaa taʼuu isaa waanan beekeef+ loltoota koo wajjin dafee dhaqeen isa oolche.+