LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 21:31-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Utuu isaan isa ajjeesuuf yaalii gochaa jiranii ajajaan kumaa, Yerusaalem jeequmsaan guutamuu ishii dhagaʼe; 32 innis yeruma sana loltootaa fi ajajjoota dhibbaa fudhatee fiigee gara isaaniitti gad buʼe. Isaan ajajaa kumaa fi loltoota sana yommuu argan Phaawulosiin reebuu dhiisan.

      33 Ajajaan kumaa sunis isatti dhihaatee toʼannaa jala isa oolchee funcaa lamaan akka hidhamu ajaje;+ achiis eenyummaa isaa fi wanta inni godhe isa gaafate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi