LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 20:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kunoo, ani amma wanta achitti na irra gaʼu beekuu baadhus, hafuura qulqulluutiin dirqisiifamee* gara Yerusaalem dhaqaan jira; 23 haa taʼu malee, akkan hidhamuu fi rakkinni akka na irra gaʼu magaalaan dhaqu hundumaa keessatti hafuurri qulqulluun irra deddeebiʼee na akeekkachiisa.+

  • Hojii Ergamootaa 21:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyoota hedduudhaaf erga achi turree booda garuu, raajiin Agaabos+ jedhamu tokko Yihudaadhaa gad buʼe. 11 Inni gara keenya dhufee, qabattoo Phaawulos fudhatee miilaa fi harka ofii hidhuudhaan, “Hafuurri qulqulluun akkana jedha: ‘Yihudoonni Yerusaalem keessa jiran abbaa qabattoo kanaa akkanatti ni hidhu;+ harka saboota kaaniittis dabarsanii isa kennu’” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi