-
Luqaas 23:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, namoonni walitti qabaman sun hundi kaʼanii Yesuusiin gara Philaaxositti geessan.+ 2 Achiis, “Namichi kun saba keenya utuu karaa irraa jalʼisuu, Qeesaariif gibira akka hin kaffalle utuu dhowwuu+ fi inni Kiristoos mooticha+ akka taʼe utuu dubbatuu isa arganne” jedhanii isa himachuu jalqaban.+
-