LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 16:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Phaawulos Darbee gaʼe; achiis Lisxiraa dhaqe.+ Barataan Ximotewos jedhamu tokko achi jira ture;+ haati isaa Yihudii Gooftaatti amantu yeroo taatu, abbaan isaa garuu nama Giriikii ture; 2 Ximotewos obboloota Lisxiraa fi Iqooniyum biratti maqaa gaarii qaba ture.

  • 1 Tasalonqee 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 kanaafuu, amantii keessanitti akka isin cimsuu fi akka isin jajjabeessuuf obboleessa keenya Ximotewos+ isa misiraachoo waaʼee Kiristoos ibsuuf tajaajilaa Waaqayyoo taʼe* ergine;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi