-
Hojii Ergamootaa 14:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Magaalaa sanatti misiraachoo labsuudhaan namoota hedduu barattoota erga godhanii booda gara Lisxiraa, Iqooniyumii fi Anxokiyaatti deebiʼan. 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+
-