LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 23:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yommuu bariʼu Yihudoonni isa irratti daba qopheessanii hanga Phaawulosiin ajjeesanitti homaa akka hin nyaannee fi akka hin dhugne waliif kakatan.

  • Hojii Ergamootaa 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, ilmi obboleettii Phaawulos mala isaan riphanii isa eeggachuuf qopheessan dhagaʼee gara mooraa loltootaatti seenee dhimma kana Phaawulositti hime.

  • 2 Qorontos 11:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isaan tajaajiltoota Kiristoosii? Akka nama maraateettan dubbadha, ani hundumaa nan caala: Isaan caalaa hojjedheera,+ yeroo baayʼee hidhameera,+ rukuttaa lakkoofsa hin qabne rukutameera, akkasumas yeroo baayʼee duʼa jala gaʼeera.+

  • 2 Qorontos 11:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 yeroo baayʼee karaa deemeera, lageen irraa balaan, saamtota irraa balaan, saba koo irraa balaan,+ saboota kaan irraa balaan,+ magaalaa keessatti balaan,+ lafa onaa keessatti balaan, galaana irratti balaan, akkasumas obboloota sobaa irraa balaan na irra gaʼeera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi