-
Hojii Ergamootaa 23:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Jeequmsi sun ittuma dabalaa yommuu deemu, ajajaan kumaa sun akka isaan Phaawulosiin hin ciccirre waan sodaateef, loltoonni gad buʼanii isaan gidduudhaa butanii gara mooraa loltootaatti akka isa fidan ajaje.
-