LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 20:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Taʼus, fiigicha koo yoon xumuree fi misiraachoo gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa guutummaatti dhugaa baʼuuf tajaajilan Gooftaa Yesuus irraa fudhadhe yoon raawwadhe,+ jireenya* koo akka waan faayidaa anaaf qabuutti hin ilaalu.

  • 2 Qorontos 4:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Jireenyi Yesuus qaama keenya irrattis akka mulʼatuuf bakka deemne hundatti rakkina guddaa duʼaaf nama saaxiluu+ fi Yesuus irra gaʼe yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna. 11 Sababiin isaas, jireenyi Yesuus foon keenya isa duʼu irrattis akka mulʼatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru yeroo hunda Yesuusiif jennee duʼaaf ni saaxilamna.+

  • 2 Ximotewos 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ani amma iyyuu akka aarsaa dhugaatiitti dhangalaafamaan jira;+ yeroon itti gadhiifamus+ baayʼee dhihoo dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi