-
Hojii Ergamootaa 23:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Innis akkana jedhe: “Yihudoonni waaʼee dhimma isaa balʼinaan beekuu kan barbaadan fakkeessanii, Phaawulosiin boru gara yaaʼii Saanhedriinitti akka gad fiddu si gaafachuuf walii galaniiru.+ 21 Haa taʼu malee, namoonni 40 ol taʼan hanga isa ajjeesanitti waan tokko illee akka hin nyaannee fi akka hin dhugne waliif kakatanii+ riphanii isa eeggachuu waan yaadaniif wanta isaan si gaafatan tole hin jedhin; amma isaan qophaaʼanii heyyama kee eeggachaa jiru.”
-