LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 25:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti dura buutonni lubootaa fi Yihudoonni beekamoo taʼan, Phaawulosiin ilaalchisee himata qaban isatti dhiheeffatan.+ Achiis Feesxosiin kadhachuu jalqaban; 3 Phaawulosiin gara Yerusaalemitti akka isaaniif ergu isa gaafatan. Haa taʼu malee, isaan riphanii karaa irratti isa ajjeesuuf karoorfatanii turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi