1 Qorontos 1:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Haa taʼu malee, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuu kan dandeessan isaan kan kaʼe dha; Kiristoos immoo ogummaa Waaqayyo biraa nuuf dhufe, qajeelummaa+ fi qulqullummaa nuuf taʼeera;+ akkasumas karaa furichaa bilisa nu baaseera;+ 1 Yohaannis 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+
30 Haa taʼu malee, Kiristoos Yesuusii wajjin tokkummaa qabaachuu kan dandeessan isaan kan kaʼe dha; Kiristoos immoo ogummaa Waaqayyo biraa nuuf dhufe, qajeelummaa+ fi qulqullummaa nuuf taʼeera;+ akkasumas karaa furichaa bilisa nu baaseera;+
9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+