Uumama 15:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Abraam Yihowaatti amane,+ innis kana akka qajeelummaatti isaaf lakkaaʼe.+ Galaatiyaa 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kunis akkuma Abrahaam, “Yihowaatti* amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame”+ jedhametti dha. Yaaqoob 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, “Abrahaam Yihowaatti* amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame”+ jedhus ni raawwatame; inni michuu Yihowaa* jedhamee waamameera.+
23 yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, “Abrahaam Yihowaatti* amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame”+ jedhus ni raawwatame; inni michuu Yihowaa* jedhamee waamameera.+