Faarfannaa 32:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Namni balleessaan isaa isaaf dhiifame, cubbuun isaas isaaf haguugame* gammadaa dha.+ 2 Namni Yihowaan yakkaan isa hin gaafanne,+Gowwoomsaanis yaada isaa keessatti hin argamne gammadaa dha.
32 Namni balleessaan isaa isaaf dhiifame, cubbuun isaas isaaf haguugame* gammadaa dha.+ 2 Namni Yihowaan yakkaan isa hin gaafanne,+Gowwoomsaanis yaada isaa keessatti hin argamne gammadaa dha.