Isaayyaas 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata. Hojii Ergamootaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;
18 Yihowaan akkana jedha: “Kottaa, rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu.+ Cubbuun keessan diimaa dhiiga fakkaatu yoo taʼe illee,Akkuma cabbii adii ni taʼa;+Akka uffata bifa bildiimaatti yoo diimate illee,Akkuma suufii ni addaata.
19 “Kanaafuu, cubbuun keessan akka isinii haqamuuf+ yaada geddaradhaa,+ deebiʼaas;+ Yihowaa biraa* yeroon haareffamuu isiniif ni dhufa;