LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, namni* seera eeguudhaan isa duratti qajeelaa jedhamuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+ sababiin isaas, cubbuun maal akka taʼe sirriitti kan beeksise seera dha.+

  • Roomaa 5:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Seerichi namoonni hammam cubbamoota akka taʼan argisiisuuf kenname.+ Taʼus, bakka cubbuun baayʼatetti, gaarummaa guddaanis caalaatti baayʼate.

  • 2 Qorontos 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Seerri inni duʼa fiduu fi dhagaa irratti qubeedhaan bocame sun+ hamma ilmaan Israaʼel ulfina fuula Musee irra jiruun, jechuunis ulfina isa baduun kan kaʼe fuula isaa ilaaluu dadhabanitti+ ulfina guddaadhaan erga dhufee,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi