LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Galaatiyaa 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 namni tokko qajeelaa jedhamee kan waamamu, seera eeguudhaan utuu hin taʼin, Yesuus Kiristoositti amanuu+ isaatiin qofa akka taʼe beekna. Kanaafuu, namni* kam iyyuu seera eeguudhaan qajeelaa jedhamee waamamuu waan hin dandeenyeef, seera eeguudhaan utuu hin taʼin, Kiristoositti amanuudhaan qajeelota jedhamnee waamamuu akka dandeenyuuf Kiristoos Yesuusitti amanneerra.+

  • Galaatiyaa 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees, namni kam iyyuu Waaqayyo duratti seeraan qajeelaa jedhamee waamamuu akka hin dandeenye+ beekamaa dha; sababiin isaas, “Inni qajeelaan amantiidhaan jiraata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi