-
Roomaa 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haa taʼu malee, mata jabina kee fi yaada geddarachuu diduu keetiin kan kaʼe, guyyaa dheekkamsaa fi guyyaa murtiin Waaqayyoo inni qajeelaan itti mulʼatuuf dheekkamsa ofii keetiif kuufachaa jirta.+
-
-
Efesoon 5:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Dheekkamsi Waaqayyoo sababii wantoota akkasiitiin warra hin ajajamne irratti waan dhufuuf, namni kam iyyuu dubbii faayidaa hin qabneen isin hin gowwoomsin.
-