-
Maarqos 10:38, 39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Yesuus garuu, “Isin wanta kadhattan hin beektan. Xoofoo ani dhugu dhuguu yookiin cuuphaa ani cuuphamaa jiru cuuphamuu ni dandeessuu?”+ isaaniin jedhe. 39 Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan. Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Xoofoo ani dhugu ni dhugdu, cuuphaa ani cuuphamaa jirus ni cuuphamtu.+
-