LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 20:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yesuusis deebisee, “Isin wanta kadhattan hin beektan. Xoofoo* ani dhuguuf jedhu dhuguu+ ni dandeessuu?” jedhe. Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan. 23 Innis, “Xoofoo koo illee ni dhugdu;+ karaa mirga koo fi karaa bitaa koo taaʼuun garuu, warra Abbaan koo isaaniif qopheesseef kan kennamu dha malee wanta ani kennu miti”+ isaaniin jedhe.

  • Luqaas 12:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Ani cuuphaan cuuphamu tokko qaba; hamma inni raawwatamuttis baayʼee nan dhiphadha!+

  • Yohaannis 18:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yesuus garuu Pheexirosiin, “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi.+ Ani xoofoo Abbaan anaaf kenne dhuguu hin qabuu?” jedhe.+

  • Roomaa 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yookiin warri Kiristoos Yesuusitti cuuphamne hundi,+ gara duʼa isaatti akka cuuphamne hin beektanii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi