Qolosaayis 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, isin cuuphaa isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan;+ walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniinis amantii humna Waaqa isa duʼaa isa kaase+ sanaa irratti qabdaniin isaa wajjin duʼaa kaataniittu.+
12 Sababiin isaas, isin cuuphaa isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan;+ walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniinis amantii humna Waaqa isa duʼaa isa kaase+ sanaa irratti qabdaniin isaa wajjin duʼaa kaataniittu.+