LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Galaatiyaa 5:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Karaa gara biraa immoo, firiin hafuuraa jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, gaarummaa,+ arjummaa,* amantii, 23 garraamummaa, of toʼachuu dha.+ Seerri wantoota akkasii dhowwu hin jiru.

  • Qolosaayis 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 kunis hojii gaarii hundumaan firii godhachuu fi beekumsa sirrii waaʼee Waaqayyoo ibsuun+ guddachuudhaan guutummaatti isa gammachiisuuf akka Yihowaadhaaf* taʼutti akka deddeebitaniifi;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi