Baʼuu 20:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Mana namaa hin hawwin. Haadha manaa namaa+ yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.”+ Keessa Deebii 5:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Haadha manaa namaa hin hawwin.+ Ofittummaadhaan kakaatee mana namaa yookiin maasii isaa yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.’+
17 “Mana namaa hin hawwin. Haadha manaa namaa+ yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.”+
21 “‘Haadha manaa namaa hin hawwin.+ Ofittummaadhaan kakaatee mana namaa yookiin maasii isaa yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.’+