LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Mana namaa hin hawwin. Haadha manaa namaa+ yookiin garbicha isaa yookiin garbittii isaa yookiin qotiyyoo isaa yookiin harree isaa yookiin wanta kan isaa taʼe kam iyyuu hin hawwin.”+

  • Luqaas 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis, “Of eeggadhaa, namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe waan hin taaneef+ sassata hundumaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe.

  • Roomaa 7:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Egaa maal jechuu dandeenya ree? Seerichi hirʼina qaba* jechuu dhaa? Matumaa! Dhugaa dubbachuuf utuu Seerichi hin jiru taʼee, cubbuun maal akka taʼe hin beekun ture.+ Fakkeenyaaf, utuu Seerichi, “Hin gomjaʼin” hin jenne taʼee gomjaʼuun maal akka taʼe hin beekun ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi