Roomaa 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, namni* seera eeguudhaan isa duratti qajeelaa jedhamuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+ sababiin isaas, cubbuun maal akka taʼe sirriitti kan beeksise seera dha.+ Galaatiyaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Seerichi maaliif kenname ree? Hanga sanyichi inni waadaan galameef sun dhufutti,+ dogoggora namoonni hojjetan mulʼisuuf dabalame;+ kan kennames karaa maleekotaa+ harka araarsaa+ tokkootiin ture.
20 Kanaafuu, namni* seera eeguudhaan isa duratti qajeelaa jedhamuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+ sababiin isaas, cubbuun maal akka taʼe sirriitti kan beeksise seera dha.+
19 Seerichi maaliif kenname ree? Hanga sanyichi inni waadaan galameef sun dhufutti,+ dogoggora namoonni hojjetan mulʼisuuf dabalame;+ kan kennames karaa maleekotaa+ harka araarsaa+ tokkootiin ture.