Yohaannis 1:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+ Roomaa 10:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namni amanu hundi qajeelaa taʼuu akka dandaʼuuf,+ Seerichi Kiristoosiin xumurameera.+
29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+