LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu isaan Museedhaan, “Ati nuu wajjin dubbadhu; nutis ni dhageenya; garuu akka nuti sodaadhaan hin duuneef, Waaqayyo akka nutti dubbatu hin godhin” jedhan.+

  • Keessa Deebii 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isin ibiddichaan kan kaʼe sodaattanii gara gaarichaatti waan ol hin baaneef,+ ani yeroo sanatti dubbii Yihowaa isiniif dabarsuuf Yihowaa fi isin gidduu dhaabbadheen ture.+ Innis akkana jedhe:

  • Yohaannis 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Seerichi karaa Musee kenname;+ gaarummaa guddaanii+ fi dhugaan kun immoo karaa Yesuus Kiristoos dhufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi