Hojii Ergamootaa 7:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+ Galaatiyaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Seerichi maaliif kenname ree? Hanga sanyichi inni waadaan galameef sun dhufutti,+ dogoggora namoonni hojjetan mulʼisuuf dabalame;+ kan kennames karaa maleekotaa+ harka araarsaa+ tokkootiin ture.
38 Inni isa, maleekaa+ isa Gaara Siinaa irratti isattii fi abbootii keenyatti dubbate+ sanaa wajjin lafa onaa keessa saba Israaʼel gidduu ture sana dha; inni, nuu kennuudhaaf dubbii Waaqayyoo isa jiraataa fudhate.+
19 Seerichi maaliif kenname ree? Hanga sanyichi inni waadaan galameef sun dhufutti,+ dogoggora namoonni hojjetan mulʼisuuf dabalame;+ kan kennames karaa maleekotaa+ harka araarsaa+ tokkootiin ture.