LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 6:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Akkasumas qaama* keessan cubbuudhaaf meeshaa jalʼinaa gootanii hin dhiheessinaa; kanaa mannaa, akka warra duʼaa kaafamaniitti Waaqayyoof of dhiheessaa; qaama* keessanis meeshaa qajeelinaa godhaatii Waaqayyoof dhiheessaa.+

  • Galaatiyaa 5:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sababiin isaas, fedhiin foonii fedhii hafuuraa morma, fedhiin hafuuraas fedhii foonii morma; isaan kun waan wal mormaniif, isin wanta gochuu barbaaddan hin raawwattan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi