LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Galaatiyaa 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Hojiiwwan foonii ifatti mulʼatu: Isaanis halalummaa,*+ xuraaʼummaa, addaggummaa,*+

  • 1 Tasalonqee 4:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Tokkoon tokkoon keessan qulqullummaa+ fi ulfinaan akkamitti qaama* keessan akka toʼattan beekuu qabdu;+ 5 akka saboota Waaqayyoon hin beekneetti+ fedhii saalqunnamtii toʼannaa hin qabne+ isa sassata irratti hundaaʼe hin qabaatinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi