LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Saboota si hin beekne irratti,

      Mootummoota maqaa kee hin waammanne irrattis dheekkamsa kee dhangalaasi.+

  • Efesoon 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, isin kana booda akka saboonni kaan sammuu faayidaa hin qabneen*+ deddeebiʼanitti akka hin deddeebine+ ani maqaa Gooftaatiin kana nan dubbadha, akkasumas ragaa nan baʼa.

  • Efesoon 4:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Miirri naamusaa isaanii guutummaatti waan hadoodeef, sassataan xuraaʼummaa gosa hundumaa raawwachuuf addaggummaatti*+ dabarsanii of kennaniiru.

  • 1 Pheexiros 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sababiin isaas, yeroon duraanii inni isin addaggummaadhaan,* kajeellaa toʼannaa hin qabneen, garmalee dhuguudhaan, gadhiisiidhaan,* affeerraa dhugaatii irratti hirmaachuu fi waaqolii tolfamoo jibbisiisoo taʼan waaqeffachuudhaan fedhii namoota addunyaa raawwachaa itti turtan+ ni gaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi