Yohaannis 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+ Yohaannis 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Dhuguma dhuguman siin jedha, namni kam iyyuu bishaanii+ fi hafuura+ irraa yoo dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaʼu.
12 Haa taʼu malee, warra isa simatan hundumaatiif, isaan maqaa isaatti waan amananiif, ijoollee Waaqayyoo+ akka taʼaniif aangoo isaaniif kenne.+
5 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Dhuguma dhuguman siin jedha, namni kam iyyuu bishaanii+ fi hafuura+ irraa yoo dhalate malee, Mootummaa Waaqayyootti galuu hin dandaʼu.