Roomaa 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, Abrahaam yookiin sanyiin isaa addunyaa akka dhaalu waadaan kan isaaf galame karaa seeraa utuu hin taʼin,+ karaa qajeelummaa isa amantiidhaan argamu sanaa ture.+
13 Sababiin isaas, Abrahaam yookiin sanyiin isaa addunyaa akka dhaalu waadaan kan isaaf galame karaa seeraa utuu hin taʼin,+ karaa qajeelummaa isa amantiidhaan argamu sanaa ture.+