Yohaannis 4:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 isaanis dubartii sanaan, “Kana booda kan amannu waan ati dubbatteen qofa miti; nuti ofii keenyaa iyyuu dhageenyeerra; namni kun dhuguma fayyisaa addunyaa+ taʼuu isaas beekneerra” jedhan.
42 isaanis dubartii sanaan, “Kana booda kan amannu waan ati dubbatteen qofa miti; nuti ofii keenyaa iyyuu dhageenyeerra; namni kun dhuguma fayyisaa addunyaa+ taʼuu isaas beekneerra” jedhan.