LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 1:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ishiin ilma ni deessi; atis maqaa isaa Yesuus* jettee moggaasta;+ inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”+

  • Yohaannis 1:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+

  • 1 Ximotewos 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbiin kun amanamaa fi guutummaatti fudhatama argachuu kan qabu dha: Kiristoos Yesuus gara addunyaa kan dhufe cubbamoota fayyisuufi.+ Isaan keessaa immoo cubbamaan hunda caalu ana dha.+

  • 1 Yohaannis 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kana malees, Abbaan Ilmi isaa Fayyisaa addunyaa akka taʼuuf erguu isaa+ ofuma keenyaa argineerra, akkasumas ragaa baʼaa jirra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi