-
Yohaannis 12:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Haa taʼu malee, namni tokko dubbii koo dhagaʼee yoo eeguu baate ani isatti hin murteessu; sababiin isaas, ani addunyaatti murteessuuf utuu hin taʼin, addunyaa fayyisuufan dhufe.+
-