-
Yohaannis 3:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Isatti kan amanu* hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf+ malee akka hin badneef, Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennutti addunyaa baayʼee jaallateera.+ 17 Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka fayyuuf+ malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
-