LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, Ilmi namaa isa bade barbaaduu fi fayyisuuf dhufe.”+

  • Yohaannis 12:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Haa taʼu malee, namni tokko dubbii koo dhagaʼee yoo eeguu baate ani isatti hin murteessu; sababiin isaas, ani addunyaatti murteessuuf utuu hin taʼin, addunyaa fayyisuufan dhufe.+

  • 1 Qorontos 15:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Akkuma hundi isaanii karaa Addaam duʼan,+ hundi isaanii karaa Kiristoos ni jiraachifamu.+

  • 2 Qorontos 5:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, wanti hundi Waaqayyo isa karaa Kiristoos ofitti nu araarsee+ fi tajaajila araarsuu nuuf kenne irraa dhufe;+ 19 kanaanis Waaqayyo cubbuu isaanii utuu isaanitti hin lakkaaʼin,+ karaa Kiristoos addunyaa ofitti araarsaa ture;+ ergaa araarsuu kanas imaanaadhaan nutti kenneera.+

  • 1 Ximotewos 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbiin kun amanamaa fi guutummaatti fudhatama argachuu kan qabu dha: Kiristoos Yesuus gara addunyaa kan dhufe cubbamoota fayyisuufi.+ Isaan keessaa immoo cubbamaan hunda caalu ana dha.+

  • 1 Yohaannis 2:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yaa ijoollee koo, wantoota kana kanan isiniif barreessu akka isin cubbuu hin hojjenneefi. Haa taʼu malee, namni kam iyyuu cubbuu yoo hojjete nuti Abbaa biraa gargaaraa* qabna; innis Yesuus Kiristoos+ isa qajeelaa taʼe dha.+ 2 Inni aarsaa+ araaraa cubbuu keenyaaf dhihaate dha;+ taʼus cubbuu guutummaa addunyaatiifis+ malee cubbuu keenyaaf qofa miti.

  • 1 Yohaannis 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kana malees, Abbaan Ilmi isaa Fayyisaa addunyaa akka taʼuuf erguu isaa+ ofuma keenyaa argineerra, akkasumas ragaa baʼaa jirra.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi