Hojii Ergamootaa 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+
22 Achitti, “Mootummaa Waaqayyootti galuuf rakkina hedduu keessa darbuu qabna”+ jedhanii amantiitti cimanii akka jiraatan jajjabeessuudhaan barattoota* ni cimsan.+